Akkam jirtu hordoftoonni channel koo guyyaa har’aa kana haala DV Lottery Baraa 2024 Ittiin Guuttan Isinitti agarsiisa. DV lottery mana keessan teessanii bilbila ykn computer keessaniin guutachuu ni dandeessu
DV guutuuf wanti isin barbaachisaa
Gara Website https://dvprogram.state.gov/ Seenuun
1 Suuraa (Photo) Size ykn hammi isaa 600x600 pixel kan ta’e. yoo hin beeknee video kana laalaa
๐๐๐๐๐
2 Maqaa Guutuu hamma akkaakayyuutti
3 Bakka jireenya
4 Haala Barnoota
5 Haala Gaa’ilaa
6 Kanaa fi K.K.F
Hayyee Diivii Lootorii Ykn DV Lottery (Diversity Visa Lottery) Bara 2024 guutuu yoo barbaaddan dursaa gara website kanaa deemuun Being Entry kan jedhu tuquu qabdu achiin booda wanta gaafatamtan hundaa akka gaafatamtanitti deebisuu qabdu innis akkuma armaan olitti tarreessuuf yaaletti Maqaa guutuu, suuraa yookaan photo Bakka jireenya fi kan kana fakkaataniidha. kan kanarra hafe akka isiniif galutti viidiyoodhaan isiniif hojjadgee jira kanaaf seenaa dawwadhaa. galatoomaa. yoo dawwattan yeroo biraa oddeeffannoon gara garaa akka daffee isin dhaqabuuf youtube channel koo SUBSCRIBE godhaa notification all irra godhaa na hordofaa. yeroo gaarii
Comments
Post a Comment